Godina Shawaa Lixaa aanaa Abuunaa Gindabarat keessatti lola mootummaafi Waraana Bilisummaa Oromoo (WBO) gidduutti gaggeefamaa jiruun walqabatee haleellaa qilleensarraan raawwatameen lubbuun lammiilee ...