Taphataan Riyaal Maadirid Viniishiyees kileba isaa Riyaal maadirid waliin kontiraata haaraa waggaa jahaa waliigale. Viiniishiyes kontiraata haaraa haga bara 2032tti turu mallatteesse. Viinii fi Riyaal ...
Finfinnee, Qaammee 5, 2016 (FBC)-Bara haaraatti abdii fi mul’ata haaraa qabannee milkii fi injifannoo caalmaatti cehuuf onnachuu qabna jedhan Itti Gaafatamaan Paartii Badhaadhinaa Damee Oromiyaa Obbo ...
Finfinnee, Hagayya 27, 2016 (FBC)-Yuunivarsiistiin Finfinnee, hojmaata haaraa simannaa barattootaa, bara 2017 eegalee akka hojiirra oolchu ibse. Hojmaatichi yuunivarsiiticha dhaabbata barattoonni ...
Sirna barnootaa haaraa bara barnootaa 2014 hojiirra ooluuf jiru keessatti immammanni afaanii jijjiirame akka hin jirre Biiroon Barnootaa Oromiyaa hime. Sirni barnootaa haaraa waggoota dheeraan booda ...