Taphataan Riyaal Maadirid Viniishiyees kileba isaa Riyaal maadirid waliin kontiraata haaraa waggaa jahaa waliigale. Viiniishiyes kontiraata haaraa haga bara 2032tti turu mallatteesse. Viinii fi Riyaal ...
Barnoota keessan waggaa 11 fi 12 yeroo filattan, maal irratti akka dandeettii qabdanii fi maal akka isin gammachiisu ilaaluun barbaachisaadha. Yeroo mana barumsaatii baatan maal gochuu akka barbaaddan ...
Finfinnee, Hagayya 27, 2016 (FBC)-Yuunivarsiistiin Finfinnee, hojmaata haaraa simannaa barattootaa, bara 2017 eegalee akka hojiirra oolchu ibse. Hojmaatichi yuunivarsiiticha dhaabbata barattoonni ...
Finfinnee, Adoolessa 20, 2014 (FBC) – Biiroon Kominikeeshinii Oromiyaa Loogoo haaraa ergama mana hojichaan walsimuu, duudhaa fi aadaa Oromummaa of keessatti qabate ifoomsuu Hogganaan Biirichaa Obbo ...
Sirna barnootaa haaraa bara barnootaa 2014 hojiirra ooluuf jiru keessatti immammanni afaanii jijjiirame akka hin jirre Biiroon Barnootaa Oromiyaa hime. Sirni barnootaa haaraa waggoota dheeraan booda ...