Qaroominni kamuu ka’umsa isaatiif magaalaa maqaa dhahata. Dh.K.D. bara 4300 irraa eegalee, magaalonni seenaa dhala namaa keessatti jijjiiramootafi warraaqsoota gurguddaaf mandhee ta’uun tajaajilaniiru ...
Finfinnee, Hagayya 27, 2016 (FBC)-Yuunivarsiistiin Finfinnee, hojmaata haaraa simannaa barattootaa, bara 2017 eegalee akka hojiirra oolchu ibse. Hojmaatichi yuunivarsiiticha dhaabbata barattoonni ...
Ministeerri Barnootaa Itoophiyaa gosoota barnootaa qormaata kutaa 12ffaa irratti dhiyaatanii fi keessaa hambise haaraa ifa godhe. Kanaan dura qormaata kutaa 12ffaa irratti dhiyaata kan ture barnoonni ...
Namootni waggoota muraasa keessa kaleen isaanii dhukkubsatee kaleen haaraa isaan barbaachise carraan argachuu isaan haala adda taheen dabaleera, sababii isaa qorataa Diinagdee Ameerikaa Alviin Root ...